
Obbo Ashannaafii Taayyee Yuunivarsiitii Bahaardaar fi Finfinneetti waggaa kudha sagaliif barsiisummaa dabalatee hooggansa garaa garaa irratti nama hojjechaa turanidha. Yeroo ammaa kanatti immoo dhaabbata 'Impact Seminars' jedhamu hundeessuun tajaajila gorsaa akkasumas ga'umsa sammuu fi bilchina miiraa irratti bal'inaan hojjechuu irratti argamu. Kitaaba xiin-sammuu lama barreessuunis uummataan ga'anii jiru. Podcast keenya kana yoo daawwattan; ~Miirota keenya akkamitti akka to'achuu dandeenyu ~Murtii murteessuu keenyaan dura akkamitti yaaduu akka qabnu ~Hidhaawwan jireenya keenya qaban maal akka ta'an ~Wantoota milkaa'ina akka hin gonfanne nu taasisan ~Jireenya keenya akkamitti to'achuu akka qabnu ~Gaa'ela osoo hin ijaarratiin dura qophii akkamii taasisuu akka qabnu fi yaadota bilchina keenya itti fufsiisan hedduu nii kudhaammattu. Itti dhiyaadhaa! Jaallatanii waan nu daawwattaniif galanni keenya guddaadha! Subscribe (🔔) taasisuun maatii Kaameettii ta'aa! Kaameettii🌟🌟🌟 Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026