
Dr/ Naahom Giruum barumsa isaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa magaalaa sabbataa fi Adaamaatti barate. Barumsa sadarkaa olaanaa immoo Yuunivarsiitii Qiddus Phaawuloositti muummee Medicine'tiin goolabe. Achittis hafuun barsiisuu fi yaaluu eegale. Yeroo ammaa kanatti achuma Yuunivarsiitii Qiddus Phaawuloositti, muummee Michuu keessatti yaalii dhibee dhala dhabuu irratti bal'inaan hojjechuu irratti argama. Dr/ Naahom Giruum waliin waa'ee fayyaa namaa fi qaama wal hormaataa dabalatee, marii galaa hedduu qabu taasisnee jirra. Itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026