
Saaraa Mohammad dhaabbata "NEXT FASHION COLLEGE" dabalatee dhaabbilee gurguddaa afur hundeessuun dhalootaaf carraa hojii uumaa nama mul'ata ishee milkeessuu irratti argamtudha. Addunyaa modeling keessatti nama maqaa gudda qabdu yoo taatu, akka idil-addunyaattis badhaasota hedduu injifatteetti. Maree keenya har'aatiin; ~Addunyaa modeling keessa akkamiin akka seente ~Bu'aa ba'iiwwan ishee mudatan ~Qooda shamarran Oromoo addunyaa design keessatti qaban ~Jireenya irratti ilaalchota isheen qabdu dabalatee, dhimmoota finnaaf galaa ta'an, gameessotaaf qalbifannaa dabalan hedduu irratti turtii dinqii ishee waliin taasisneerra. YouTube channel keenya 'subscribe' (🔔)taasisuun maatii Kaameettii ta'aan affeerraa keenya jaalalaati! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026