
Toleeraa Fiqiruu ogummaa qorataa dhimmoota miidiyaa fi barreessaadha. Ashaaraan isaa addunyaa og-barruu Oromoo keessattis ifee mul'ata. Asoosamoota kanneen akka "Imimmaan Haadhaa, Raayyaa Dhugaa fi Qeerransa Bokkaan Dhaane jedhu dubbistoota biratti kitaabosaa maqaa guddaa fi jaallatamummaa guddaa argatanidha. Yeroo ammaa miidiyaa "Agence-France-press% keessa tajaajiluu irratti argama. Marii keenya har'aatiin; ✅Faayidaa fi miidhaa 'social media' ✅Akkaataa itti fayyadama miidiyaa ✅Odeeffannoo haqaa fi dharaa akkaataa ittiin adda baasnu ✅Namoonni siyaasaa maalif akka soban dabalatee dhimmoota miidiyaadhaan wal qabatan hedduu irratti yaadota hedduu kaasnee jirra. Itti dhiyaadhaa! Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! Subscribe taasisuun maatii Kaameettii ta'aa! Kaameettii 🌟🌟🌟 Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026