
Milkeessaa Takkalaa, dursaa waltajjiiti (MC) dha. Fira Tekinooloojiiti. Dhaabbata "Miidiyaa Sansakkaa" hundeessuun hojiiwwan gurguddaa hedduu hojjeteera, hojjechuu irrattis argama. Turtii keenya har'aatiin; ~faayidaa fi miidhaa diijitaal miidiyaa fi 'AI' ~akkaataa qabinsa waltajjii (MC) ~dhimmoota gaa'elaa ~imala jireenya dhuunfaa isaa fi muuxannoo jireenya irraa argate hunda waliin dubbannee jirra. Itti dhiyaadhaa! Subscribe (🔔) taasisuun maatii Kaameettii ta'aa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026