
Qalbeessaa Magarsaa, gola artii Oromoo keessatti ashaaraa fageenyi baraa rirriitee hin balleessine qaba. Gameessadha, Barreessaa fi qajeelchaa ogumaan qimmiidee ija kaameraatiin fakkii bocudha. Diraamaa Tv hedduu barreessee qajeelchuun uummata bal'aan qaqqabsiiseera. Diraamaan mata dureen isaa "DHEEBUU" jedhu immoo laphee miiliyonotaa keessatti akka yaadannoo kaleessaatti jaalala hammamtaan isaa hin safaramneen yaadatama. Ogeessa miidiyaati, akkasumas fiilmii dookmeenterii addaa addaa dalaguudhaan ogeessa gita hin qabnedha. Hundeessaa fi hoj-geggeessaa dhaabbata "Milkii Media" abbaa oguma danu, Barreessaa fi qajeelcha Diraamaa hedduu, Qalbeessaa Magarsaa wajjin waa'ee artii, beeksisaa, diraamaa, gaa'elaa fi jiruuf jireenyaa irratti yaadota hedduu kaasnee mariyannee jirra. Galaa guutuu akka irraa argattan nii amanna itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Didha Promotion 🙏 Special Thanks To: OBN TV Kaameettii Podcast © 2025 Stay tuned for powerful conversations that educate, uplift, and inspire! #KaameettiiPodcast #OBNTV #Empowerment