
Ustaazaa Alawiyyaa Abdussalaam barnoota amantaa islaamaatiin kolleejjii garaa garaa fi Minnesota Islamic university tti barattuu barnoota fagoo waggaa sadaffaati. Turtii ishee waliin taasisneen; ~akkaataa guddisa ijoollee ~gaa'ela keessatti rakkoowwan uumamanii fi furmaata isaa ~egeree dhaloota ammaa ~ga'ee fi maalummaa akkasumas uumamni dubartii maal akka fakkaatu dabalatee, dhimmoota garaa garaa irratti yaadota jajjaboo hedduu kaasnee mari'annee jirra, itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026