
Meetii Fiqaaduu hundeessituu fi hooggantuu dhaabbata daawwachiisaa Diinshooti. Isheen nama sansakkaa kaameettummaatiin guutamte, kan fooliin kaameettummaa halaalatti irraa urgaa'udha. Marsaa jireenyaa keessatti yeroo tokko dhibee ishee mudateen nama boolla qarqaraa deebitedha. Nutis daddarbatama jiruu akka dha'aa galaanaa asiif achi hungulaalamu keessatti mudannoowwan ishee quunnamanii fi addatti immoo waa'ee gaa'elaa irratti waan baay'ee dubbanneerra. Qophii keenya kanaan: ~Waa'ee jaalalaa ~waa'ee hojii fi hojii uumuu ~waa'ee gaa'elaa ~sababoota diiggaan gaa'elaa itti baay'atanii fi furmaata isaanii ~bu'aa ba'ii jireenyaa fi mudannoowwan jireenyaa ishee mudatanii turanii fi akkamitti akka keessa darbite ~akkaataa guddisa daa'immanii dabalatee wantoota hedduu irratti muuxannoo ishee nuuf hirtee jirti. ITTI DHIYAADHAAA! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast 🎬 Production Team • Executive Producer: Merry Didha • Director: Lalisaa Alamuu • Advisor & Production Manager: Alamuddin Musxafaa • Camera Operators: Eliyaas Warkine, Biniyam leul , Abeel Abera • Sound Engineer: Amanuel merga ,Mulugeeta Nuriliny • Editors: Eyob Admasu & Seyfu fikru • Art direction: Minisanewal Mekonnen • Production Studio: Kaameettii Studio • Facilitator: Rooman Addunyaa & leli nuguse • Costumer: Saron Mogos • Producer: Meri Didha Promotion 🙏 Special Thanks To: OBN TV Kaameettii Podcast © 2025 Stay tuned for powerful conversations that educate, uplift, and inspire! #KaameettiiPodcast #OBNTV #Empowerment

"Hiyyeessa taanaan hin mul'attu" Aannee Ajjamaa

Namni Buddeena Nyaachuuf Qofa hin Hojjatu #kaameettiipodcast #2025

How to Develop a Winning Culture - Robel Tsegaye - S14 Ep173

የእውቀት ችግር የለብንም - Amare Beshah - S14 Ep171

I Don't Quit - Berhanu Zergaw - S14 Ep174