
Boontuu Ajjamaa gameettii siyaasaati. Dhaabbilee kanneen akka 'East African Initiative for Change' jedhu keessatti 'Senior Program Officer' ta'uun sagantaalee ijaarsa nagaa irratti geggeessituu ta'uun hojjetteetti. Yeroo ammaa immoo dhaabbata 'CDRC' keessatti 'Dialogue Track Officer' ta'uudhaan tajaajiluu irratti argamti. Turtii keenya har'aatiin dhimmoota; ~ Nageenyaa ~ Hawwaasummaa ~ Gaa'elaa dabalatee wantoota galaa isiniif ta'an hedduu irratti mari'annee jirra. Itti dhiyaadhaa! Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! Subscribe (🔔) taasisuun maatii Kaameettii ta'aa! Kaameettii🌟🌟🌟 Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026