
Dr/ kabajaa Mohammad Qophee hangafa gaazexeessitootaati. Bara 1967 dhaabbataadhaan raadiyoo magaalaa harar keessatti qacaramuun fuulduree hojii guddaa, seensa kaayyoo dhugaatiif ulaa saaqqate. Ogeessa walaloo fi yeedalooti. Weellistoota qaroo uummata oromoo kanneen akka Dr/ kabajaa artist Alii Birraa, Alii Shabboo, Haloo Daawwee fi Abbitaw Kabbadee dabalatee weellistoota danuudhaaf wallee baratti ceree jiraatu nama kennedha. Yeroo mootummmaan Dargii kufettihundeeffama mootummaa naannoo Oromiyaa Keessatti nama ga'ee leencaa taphatedha. Akkasumas walaloo fi yeedaloo faaruu Oromiyaa nam-jabaa kanatu qopheesse. Dr/kabajaa, gaazexeessaa Mohammad Qophee walking yaadota hedduu irratti mar'innee jirra; itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026